Jeremiah 4:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan jed'u, Isani, worri Israeli, yo deebiu feetani, nati deebia. Yo isani waaqa harkaani mid'aafatani, ka anini jibbu gadi gatani naraa goru diddani,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi akkana jedhe, «Isin banii Israa'elii! yoo gara kiyya deebi'uu barbaaddan, waaqolee tolfamaa jibbaman sanniin balleessitanii yoo anuma calla'aa amanamtoota taatan;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa, «Ee kolbaa Israa'elii, yoo deebi'uu barbaaddane, gara kiyya deebi'a'a; waaqota dharaa keessan battii san ila tiyya duraa balleessitanee, worra addatamaa yoo naaf teetane,