Jeremiah 4:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
bubbeeni AABBO Waaqi d'ufuuni hagasi ira jabdu! AABBO Waaqumati gumi isaa badiini iti d'ufuu jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Qilleensi kun qilleensa ajaja Rabbiitiin dhufu waan ta'eef maraa caalaa jaba'a; murtii kana ka bani'itti murteessu Rabbi.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani isaanitti waan muruuf, qilleensi akka malee jaba'aa ajaja kiyyaan ergamee hin dhufa» jedhe.