Jeremiah 4:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Me ilaala, nyaapi aka baaldo dumansaa d'aabate d'ufuu jira. Gaarini isaa ka fardi hirkisu bubbe fakaata, fardooleeni worraleeni risa ira barifti. Nu ya banne, badiini ya nu qabate!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Loltoonni diinaa akka duumessaa marseera; konkolaataan lolaa akka haboonbolatti'ii ariifata; faradoon allaattii bajja jedhamu caalaa bararan; kanaafuu waan bada'aarruuf nu hobbaas!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa san ani, «Kunoo, diinni akka duumensaa, garreettaan isaanii ka fardaan harkifamu akka hobonbolatti'ii dhufan; fardooleen isaanii risaa caalaa xinnixxi; banne, aanne'e nu'uuf.