Jeremiah 4:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee Yerusalemu, t'uri ch'ubbu garaa kanke keesaa d'iqi, aka baafamtu. Yomi herega daba kana heregu lakifta?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaa Yerusaalem! yoo fayyuu barbaadde hammeenna garaa keetii maraa uf keessaa baasii balleessi; yaanni cubbu'uu sammuu kee keessaa haga yoomii baduu dida?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Yerusaalem, akka fayyittuuf, hammeenna gadhaa keeti keessaa dhiqadhuu baasi; haga yoomii hammeenni si keessa jiraata?