Jeremiah 4:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waan jette, waan isani gosa ch'ufafi worra Yerusalemutileeni jettani, Nyaapi lafa fagooti isaniti d'ufuu jira, ka dira Yudati lalabe,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
worri nama marsee qabu Yihuudaa irratti lola labsa'aa biyya fago'ootii akka dhufa'aaran banii maraa fi banii Israa'eliititti himaa'a!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waan kana gosa biyya adda addaatitti hima'a; Yerusaalemille'etti lassa'aatii, ‹Loltooti si marsitu biyya fago'oo irraa hin dhufan; qachoota Yihuda'aa loliisaaf, itti hin caancaan.