Jeremiah 4:17 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yerusalemu aka nama oobru tissu marsu, waan gumiini isii AABBO Waaqa diddeefi. Nami dubbi tana jed'e AABBO Waaqa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baniin Yerusaalemii waan hammaatanii didaniif akka nama midhaan eeguutitti diinni isii marsa;» ka waan kana dubbate ana Rabbi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yerusaalem na irratti waan kaateef, akka namooti fichaa eegatanu, diinoti Yerusaalem hin marsan› jedha'a» jedhe.