Jeremiah 4:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
d'uga qabdani aka maqa kiyyaani kad'attani. Duuba gochiti ch'ufti, Nuu eebisi nani jette na faarsiti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dhuga'aa fi qajeellumma'aanillee ‹Rabbii jiraata'aan› yoo kakattan; baniin maruu hin eebbifaman; kanaanillee ulfinna argatan.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
dhuga'aan, haqaa fi balchumma'aan, ‹Dhugaa Mootii Waan Maraa ka jiraataa te'ee› jettanee yoo kakattane, gosi biyya adda addaa isaan hin eebbifanti; ulfinnalle isaan hin dhaggatti» jedha.