Jeremiah 4:22 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan jed'u, Gumiini tiyya raatu, nale imbeetu, worri ijoolle woma imbeenne, ta woma inhubanne, fakaata. Worri aka waan hamtu tolchu guddo iti qaro, ammo aka waan dansaa tolchu guddo iti daalle.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi akkana jedha, «Baniin kiyya gowwoota na hin beenne ta'aniiran; waan hubannaa hin qabneef akkuma daa'immanii sobaman; isaan worra waan hamaa hojjachu'uuf ogooman; sirima waan mishaa hojjachuun isaanii hin ta'u.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaan tiyya gowwaa waan teeteef, na hin beettu. Isaan ijoollee woy hin baane, ta hubantii hin qanne. Isaan waan hantuu hujiisaaf ogeeyyi'i; ammoo waan dansaa attam akka hujanu hin beekanu.