Jeremiah 4:27 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan jed'u, Lafti ch'ufti badde raasa taati, ammo taatule ch'ufa imballeesu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi lafti akka gara lafa gammoojji'iititti jijjiiramtu haga dhumaa garuu akka isii hin balleessine dubbateera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa, «Latti marti ona hin teeti; te'uu malee, ani ijjumaa hin balleessu.