Jeremiah 4:28 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Lafti boote, gubbaleeni dukanoofti. AABBO Waaqi ya jed'e, dubbi ufi gara ingalchu; inni ya buufate, ufi ira indeebiu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ardiin hin bootti; samiinillee dukkanaan golgama; waan kana Rabbitu dubbate; yaanni isaa hin jijjiiramu; murtii hin jijjiiramne murteeffateera; uf duuba hin deebi'u.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani waan dubbadheef, yaada kiyyalle waan hin jijjiireef, ani murteeffadhee duubatti waan hin deebineef, latti hin bootti; ol-gubbaalle hin dukkanootti» jedha.