Jeremiah 4:29 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Iyyanna worra farda yaabatutifi worra t'iyaani wo had'u, yo d'agayani nami dira keesa jiru ch'ufti imbaqata. Nami gari baddati baqate, ka gari d'akhaye kora. Dira ch'ufa duwa lakisani, nami deebie keesa intau.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Sababaa dhaaduu worra farado'ootii fi worra ebo'oon darbataniif, baniin qachaa keessa jiru maruu hin baqata; gariin gara bosonaa dheessa; worri hafan dhagaa gubbaa yaa'an; qachaan maruu ona namni keessa hin jiraanne ta'a; ka isii keessa jiraatu hin argamu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hogaa abbootii fardo'ootii fi worra guube'een loluutiin nami qachaa keessaa marti hin baqata. Gariin gongomaa keessa hin seenan; gariin rassaa hin yaaban. Qachooti martinuu duwwaa hin hafan. Nami tokkolle keessa hin le'u.