Jeremiah 4:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Lafa teesani ch'ufa keesa magalata d'aa, aka male iyya lalaba. Ammalle waan worra Yudatifi ka Yerusalemutini jettani, wolti baha, dira jabeesani jaaraniti nu yaasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Biyyattii san maraa keessatti xurumbaa afuufaa'a! laagaa keessan ol qabadha'aa iyyaa'a! baniin Yihuuda'aatii fi ka Yerusaalemii gara qachoota dallawa qabduu akka dheessan isaanitti himaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Lafa Yihuda'aatii fi Yerusaalemii keessatti tultullaa afuufaa, qoonqoo teessan ol qabadha'aatii, ‹Wolitti qabama'a! Gara qachoota dalleya dhaka'aa qabuu baqannuu ti!› jedha'a.