Jeremiah 4:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Kara Sioni woli akheekha! Hurrisa, achiti baqad'a, lubbu teesani baasa! AABBO Waaqi hameennaafi badi gara mirgati d'ufuuni jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Tsiyoonitti karaa mudhisaa'a! uduu hin turre gara hulee dheessitanii jalaa bayuu dandeettanii baqadhaa'a! Rabbi gara kaabaatii bala'aa fi badii guddaa waan fiduuf.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani gara kaabaa irraa bala'aa fi badii guddoo waan fiduuf, baandiraa qabadha'aatii, adoo hin turin gara Xiyoonii baqadha'a.