Jeremiah 4:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi ch'arqi naqad'a, lalaba, boha; wonti akanatiifi dallansuuni AABBO Waaqaa hamtuni worra Yuda iraa ingalle.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Lolli Rabbii jabaan biyya Yihuuda'aa irraa waan hin fooyamneef uffata gaddaa uffadha'aatii banne jedha'aa booyaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre mufiin Mootii Waan Maraa ta akka ibiddaa bobeettu, waan nu irraa hin deebi'iniif, woyaa gaddaa uffadha'aatii, wiiccifadha'aatii bowa'a.