Jeremiah 4:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan jed'u, Guyya suni hayyootafi jaaroleeni garaa laafte, qaaloleeni rifate, raagootileeni mamti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi akkana jedha, «Guyyaa san mooti'ii fi worri isa jala hojjatan guddisanii nayan; gadoonni hin hollatan; raattonnillee hin nayan.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa, «Guyyaa san mootichii fi qondaaltoti isaa addii hin kutatan; hayyooti hin sheephitti; raagotille hin rifatti» jedhe.