Jeremiah 40:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi worri lafa iti firfirsani taani keesaa deebie, lafa Yuda d'ufe gara, Gedalia ka Mispa jiru d'aqe, daad'ifi mid'aani mukha ka muumme inqamne galfate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu hulee itti bittinnaayanii jiraata'aa turan maraa dhiisanii gara Yihuuda'aa deebi'an; gara Gadaaliyaa Mitsiphaa keessa jiraatuullee dhaqanii hurbuu woyini'ii hedduu fi daraaraa biqiltuu biraallee wolitti qabatanii kaayatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yihudooti marti addee itti bittinnowane mara keessaa deebi'anee, gara biyya Yihuda'aa, gara Gedaaliya'aa Miisphaa dhufanee, midhaan muka woyni'iitii fi midhaan muka adda addaa bacaa wolitti qabatane.