Jeremiah 40:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waan jed'aniini, Atini aka hayyuuni Amoni ka Baalisi jed'ani, Ishmaeli siti ijeecha erge imbeetu? Ammo Gedaliani jecha worra suni ind'ugeefanne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Akka Ismaa'el si ajjeesu mootiin Amoonii akka Alisitti sitti erge hin beettuu?» jedhanii isa gaafatan; Gadaaliyaan garuu waan kana hin amanne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Mootiin Amoonii Ba'aalis si ijjeesiisaaf ilma Nataaniya'aa Ishimaa'el akka sitti erge ati hin beettuu?» jedhaneen; ilmi Ahiiqaamii Gedaaliyaan ammoo waan isaan jedhane hin dhugeeffanne.