Jeremiah 40:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Abbaani duula koba na yaame waan nani jed'e, AABBO Waaqi kanke duri lafa tana imballeesa jed'e,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ajajaan kabajjamaan worra balbala eeganii namoota irraa na fooyee hojja kiyyatti Rabbi Waandhi akka biyya tana balleessu firrisee natti dubbatee ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ajajaan eeddotaa yennaa Ermiyaas dhagge, qofitti isa baasee, «Mootii Waan Maraa Waaqi keeti lafa tanatti badii akka fidu dubbateeraayyu.