Jeremiah 40:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
duuba amma tana inni waan jed'e, suni ya guute. Wonti waan kana ch'ufa tolchanifi, waan worri gosa teesani AABBO Waaqati ch'ubbame, dubbi isaa ch'aqasu dideefi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan hin raawwadha jedhee karoorfate maraa kunoo amma raawwateera; wonti kun maruu ta'eef sababaa isin cubbuu hojjattanii fi waan Rabbii ajajamuu diddaniif.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Amma badii san itti fideera; waan dubbate sanille muummesseera; sababa isin kolbaan Yihuda'aa cubbuu hujjanee isaaf ajajamiisa diddaneef, wonni kun marti isin irratti teete.