Jeremiah 40:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini ch'allise ufumaa tae jennaani Nebusaradanini waan nani jed'e, Gedalia, ilma Ahikamu, ka ilma Shafani, ka hayyuuni Babiloni gudda dira Yuda tolchufa tolcheti deebii. Yo feete isa woliini biyya keesa taa, yokhaani fulla feetu deemi. Jennaani inni woreegaafi waan d'ibile ch'ufa naa kenne na gad'iise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani deebii uduu sii hin kennine Nabuzaardaan «Eeganaa ati gara Galaadiyaa ilma Ahiqaamii ilma ilma Saafaanii dhaqi; mootiin Baabiloonii Nabukadanatsoor Gadaaliyaan akka qachoota Yihuuda'aa bulchu muudeera; kanaafuu ati isa woliin banii keessa jiraatuu dandeetta yookaan hulee naa ta'a jettu maraa deemuu dandeetta» naan jedhee achiin maayessa kennaa addaatii fi dhalee qabadhee deemu naa kennee na geegesse.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ermiyaas deebii adoo hin deebisin, Nebuzaraadaan, «Gara Gadaaliyaa ilma Ahiiqaamii, akaakoo Shaafaanii, ka mootiin Baabilonii qachoota Yihuda'aa irratti bulchaa godhe sanii deebi'iitii isa woliin kolbaa odduu le'i yookiin gara jaalatte deemi» jedhee, kennansa isaaf kennee, galaalle isaaf galaasee gad isa lakkise.