Jeremiah 40:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini gara Gedalia Mispa d'aqe, biyya achiti hafte woliini tae.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Anillee Gadaaliyaa woliin jiraachu'uuf gara Mitsipha'aa dhaqee banii biyya san keessatti hafanii jiraata'aaran keessa isa woliin achi jiraadhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre Ermiyaas gara Gedaaliyaa ilma Ahiiqaamii, ka Miisphaa jiruu dhaqee, isa woliin odduu kolbaa biyyatti hattee le'e.