Jeremiah 40:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Ishmaeli ilma Nethaniatifi Yohana ilma Kareatifi Seraya ilma Tanhumetatifi ilmaani Efai, ta worra Netofatifi Yezaniani ka worra Maaka, askarti isaani woliini gara Gedalia Mispa d'aqani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu ilmi Naataaniya'aa Ismaa'el, ijoollee Qaarha'aa Yohaana'aa fi Yoonaataa, Sarayaa ilma Taahuume'ee, Naxoofaa keessaa ijoollee Eefaahii, Maa'ikaamiin keessaa Yezaaniyaa, namoota isaanii maraa woliin gara Gadaaliyaa Mitsiphaa keessa jiruu fidan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
ilmi Nataaniya'aa Ishimaa'el, ilmaan Qaareha'aa Yohaanaannii fi Yonaataan, ilmi Tanhumetii Seraayaan, ilmaan Efaayii nama qachaa Netofiitii fi ilmi Yaazaaniyaa nama biyya Ma'aakii namoota ifii mara woliin gara Gedaaliya'aa Miisphaa dhaqane.