Jeremiah 40:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gedaliani kakhate waan worraani jed'e, Yo isani worra Babiloniti harka kennattani booju kad'atani woma intaatani. Lafa tanati qubad'a, hayyu Babiloniti hojad'a, wonti ch'ufti isanii tolti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gadaaliyaan «Ani dhugamaan waadaa isinii gala; worra Baabilooniititti harka kennachuu hin sodaatinaa'a; biyya tana keessatti quphadha'aatii jireenna keessan midhaaffadhaa'a; mootii Baabilooniitii gibira kaffalaa'a; wonti mishaan maruu isinii ta'aa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akaakoon Shaafaanii ilmi Ahiiqaamii Gedaaliyaan worra gara isaa dhaqane kanaaf kakatee, «Worra Baabiloniititti harka kennatiisa hin sodaatina'a; lafa tana keessa qubadha'aatii mootii Baabilonii tajaajila'a; wonni dansaalle isiniif hin teeti.