Jeremiah 41:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba inni dubra hayyu ch'ufafi nama Mispa keesa jiru ch'ufa, ka Nebusaradanini, abbaani duula, harka Gedaliati lakise, boojie. Worra boojie jennaani Ishmaelini kae, gara lafa Amoni iti d'aabate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa haawwota manaa mootichaatii fi banii hafan Mitsipha'atti hidhe; kunniin maruu Nabuzaardaanii ajajaa loltoota mootii Baabiloonii akka Gadaaliyaa jala jiraatan yaboo kennee ture; Ismaa'el garuu kanniin maraa booji'ee gara fuullee bulchiinsa Amoonii qabatee ceeye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Ishimaa'el kolbaa Miisphaa keessatti hafane mara: ijoollee durraa ta mootichaatii fi worra Miispha'atti hafane ka Nebuzaraadaan ajajaan loltoota mooticha eeganuu, akka ilmi Ahiiqaamii Gedaaliyaan isaan bulchu godhe san mara booji'ee, gara biyya Amoonotaa fudhatee deeme.