Jeremiah 41:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
jara ufi fud'ate, faana iti d'aabate, haro Gibeoniti d'aqabe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu namoota ufii maraa woliin ari'anii haroo guddaa Gabaa'oniin keessa jiru laddatti dhaqqaban.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
loltoota ifii wolitti qabatanee ilma Nataaniya'aa Ishimaa'el loliisaaf dhaqane; isaan baleessa guddaa ka Giibe'on keessaa biratti isa dhaqqabane.