Jeremiah 41:15 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo Ishmaelifi jari isaa, nami saddeeti, Yohanaani duraa baqate lafa Amonitini bahe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ismaa'elii fi namoonni saddeetii garuu Yohaanaa jalaa dheessanii gara biyya Amoonii baqatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ilmi Nataaniya'aa Ishimaa'el ammoo namoota saddeeti woliin isa jalaa miliqanee gara biyya Amoonotaa baqatane.