Jeremiah 41:17 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri waan Ishmaelini, Gedalia ka hayyichi Babiloni gudda lafa suni tolche ijeesefi, worra Babiloni sodaate. Tanaafi kaani gara lafa Misiri iti d'aabatani, aka akasiini worra Babiloni duraa bahani. Duuba karati dira Kimhamu, ka d'aatu Bethlehemuti, miila d'aabatani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan Gadaaliyaa mootiin Baabiloonii moosise waan Ismaa'el ajjeeseef worri Baabiloonii balaa nu irra geessan jedhanii sodaatanii turan; kanaafuu isaan worra Baabiloonii jalaa dheessanii gara biyya Misirii baqatu'uuf ka'anii hulee Geruut Kimihiim jedhamtu ta Beteliheemiin ladda jirtutti hara baafatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Jarri tun Worra Baabilonii jalaa miliqiisaaf ka'anee Betlihem bira Kiimhaa qubatane; achii ka'anee gara biyya Gibxi'ii deemiisaaf qophowane;