Jeremiah 41:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
nami saddeetama Shekemufi Shilofi Samariaa bahe Mispa d'ufe. Worri areeda haadate woya ufi tatarsaase, ufi mamadeese, mid'aanifi hit'aana fuud'e, mana Waaqa geesu jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
dimmaa namoonni saddeettamaa Sheekeemii, Sheelo'oo fi Samaariyaa keessaa dhufan; isaan gaddanii areeda haadatanii, uffata ufii biinxanii fuula ufii taraaranii turan; kennaa midhaaniitii fi hixaana mana woyyuu keessatti kennanillee qabatanii turan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
namooti saddeettam gaddaan areeda haadatanee, woyaa ifii tarsaasanee, nafa ifii mummuranee Sheekem, Shiilo'oo fi Samaariyaa irraa kennansa midhaaniitii fi hixaana qabatanee, gara Galma Waaqaa dhufane.