Jeremiah 41:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Ishmaeli ka bohaa deemu, Mispaa bahe, worra fuula keesa deeme. Worra fuula keesa d'ufe jennaani waan jed'eeni, D'iiro, koota olduuda Gedalia arga.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu Ismaa'el booya'aa Mitsiphaa keessaa isaan simachu'uuf baye; haga isaanitti dhiyaate, «Gara Gadaaliyaa ilma Ahiqa'aa koottaa'a!» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ilmi Nataaniya'aa Ishimaa'el Miispha'aa ka'ee isaan qophatiisaaf, bowaa gara isaanii dhufe; inni yennaa isaan bira geye, «Gara Gedaaliyaa ilma Ahiiqaamii kowa'a» isaaniin jedhe.