Jeremiah 41:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akuma worri dira duudeeni, Ishmaelifi jari isaa worra hobaase reefa worraa eela guure.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkuma namoonni sunniin qachattii keessa seenaniin Ismaa'elii ilma Naataaliitii fi worri isa woliin jiran isaan ajjeesanii boollatti isaan gatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan yennaa qachaa seenane ilmi Nataaniya'aa Ishimaa'elii fi namooti isa woliin jiranu isaan ijjeesanee boolla bisaaniititti gatane.