Jeremiah 42:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani jari gugurdaani askarti ch'ufti Yoanani ilma Kareatifi Azaria ilma Heshayatifi nama diqaafi guddaale ch'ufa woliini d'ufani,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bulchoonni loltootaa, Yohaanaan ilmi Qaareha'aa, Azaariyaas ilmi Hoshaaya'aatii fi baniin maruu diqqa'aa haga gudda'aa gara kiyya dhufanii ana Ermiyaasiin akkana jedhan,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba ajajjooti loltootaa marti, ilmi Qaarehaa Yohaannaanii fi ilmi Hoshaa'iya'aa Ya'azaaniyaan, kolbaan marti gudda'aa haga diqqa'aatitti gara Ermiyaasii dhufanee,