Jeremiah 42:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo isani ka lafa tana keesa teetani taatani, anini isani imballeesu ammo isani jabeesa; anini aka mukha isani oobra, isani imbuqisu. Badiini anini isanitini d'ufu ya aka male garaa na yakite.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
‹Uduu isin ka biyya kana keessa jiraattaniitii deebisee isin ijaara malee isin hin diigu, isin dhaaba malee isin hin buqqisu, badiin ani isinitti fide guddisee na gaddisiiseera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
‹Ani badii isin irratti fide saniin waan gaddeef, yoo isin lafa kana turtane ani isin hin ijaara malee hin diigu; isin hin dhaaba malee hin buqqisu.