Jeremiah 42:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hayyu Babiloni deebitani insodaatina, anini isani woliini jira, harka isaa keesaa isani baasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka amma sodaata'aartan kana ammaa achi mootii Baabiloonii hin sodaatinaa'a; ani waan isin woliin jiruuf hunna isaa jalaa isin baasa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootii Baabilonii ka amma sodaattanu kana hin sodaatina'a! Ani isin woliin waan jiruuf, isin hin qarqaara; harka isaa jalalle'ee isin hin baasa; isa hin sodaatina'a!