Jeremiah 42:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Maro anini naasu qabuufi, isa isanii naasise, lafa teesaniti isani deebisa. Nami dubbi tana jed'e ana, AABBO Waaqa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani garaa isinii laafa; innillee akka garaa isinii laafee biyya teessanitti isin galchu taasisa; ka waan kana dubbate ana Rabbi.›
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani isiniif hin marara; innille isiniif mararee gara lafa teessaniititti isin hin deebisa› jedha.