Jeremiah 42:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo isani ka lafa Yuda keesati haftani, AABBO Waaqa keesani diddani lafa tanale keesa tau indidina. Ammalle, hiyo nu lafa Misiri d'anne, achi fulla woraana ingarre, ka magalata womatu ind'ageenne, ka beelti womatu injirre, teenna injed'ina. Yo isani akasi jettani, AABBO Waaqi, guddaani Israeli, waan isaniini jed'u yo isani, Nu lafa Misiri d'anne achi teenna jettani,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Garuu yoo Rabbii Waaqa keessanii ajajamuu diddanii biyya tana keessa hin teennu jettan,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Te'uu malee, isin, ‹Nuuti lafa tana keessa hin teennu› jettanee, Mootii Waan Maraa Waaqa keessaniif yoo hin ajajamin,