Jeremiah 42:15 — Compare Translations
2 translations compared side by side
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin worri Yihuudaa keessatti haftan! waan Rabbi waan keessaniif dubbatu caqasaa'a; Gooftaan banii maraa Waandhi Israa'elii ‹Yoo biyya Misirii dhaxxanii jiraachu'uuf murteeffattan;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
yoona, isin worri biyya Yihuda'aa keessatti hattane, jecha Mootii Waan Maraa dhage'a'a! Mootiin Waan Maraa Waan Mara Dade, Waaqi Israa'elii, ‹Isin biyya Gibxi'ii dhaxxanee achi le'iisaaf yoo murteeffattane,