Jeremiah 42:17 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami lafa Misiri d'aqe achi qubachu fed'u ch'ufti yokhaani woraanaani dua, yokhaani beelaani dua, yokhaani d'ukubaani dua. Worri nami tokoleeni, ka badi anini worratiini d'ufu, iraa hafe duraa bahu injiru.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri dhaqanii biyya Misirii keessa jiraatu'uuf murteeffatan lola, yookaan beela yookaan bala'aan dhuman; isaan keessaa namni tokko hin hafu; balaa ani isaanitti fidu'uuf karoorfadhe jalaallee namni miliqee bayu hin jiru›
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri biyya Gibxi'ii dhaqee achi le'iisaaf murteeffate marti shallaaga'aan, beelaa fi dhukkubaan hin du'an; balaa yookiin badii ani isaan irratti fidu jalaa nami jiru'uun hafu yookiin ka miliqu tokkolle hin jiru.›