Jeremiah 42:19 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle anini waan jed'e, Ee worra Yuda ka hafe, AABBO Waaqi waan isaniini jed'u, lafa Misiri ind'aqina. Aninileeni amma tana waan kana isaniti hima:
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Isin banii Yihuuda'aa worri baqa irraa haftan! hennaa isin gara Rabbii na ergitan waan inni nu ajaje maraa hin raawwannaa nutti himi jettanii dubbii hin raawwannee waadaa galtanii dogoggora guddaa hojjattaniirtan; ammallee Rabbi gara biyya Misirii hin deeminaa'a jedhee waan isin dhooggeef, anillee ajajuma kana adha akka sirrii ta'e ibsee isin seera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee isin worra Yihudaa keessatti hattane, Mootiin Waan Maraa, «Gara biyya Gibxi'ii hin dhaqina'a» isiniin jedheera; anille adha tana akka isin ifi eeggachisiise beeka'a.