Jeremiah 42:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waan nani jed'ani, Aabbo, woi si kad'anna, waan suni nuu guuti! AABBO Waaqa keenna nu kad'ad'i, nuu nama hafe kana ch'ufaa jed'i, kad'ad'i. Nu duri nama heddu, ammo amma tana aka atini agarte kana nama diqa tokoti hafe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Yabo'oo waan nu si gaafannu nuu godhi! nu worra baqa irraa hafne maraafuu Rabbii Waaqa kee nuu kadhadhu! nu armaan dura heddu turre, amma garuu akkuma nu arga'aartu kana nu namoota hafeeru.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Maganne'e, waan nuuti si kadhannu nu'uuf dhage'i! Nuuti dur nama heddu'u; amma ammoo akkuma ati dhaggitu nama diqqaa qofatti hafe; nu worra hafe kana maraaf gara Mootii Waan Maraa Waaqa keetii daadimadhu.