Jeremiah 42:21 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini arra ya isaniti hime, ammo isani waan AABBO Waaqi, Beeni worra kanati himi naani jed'e, ch'ufa guutu diddani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani adha deebii isinitti hime, isin garuu dubbii Rabbi Waandhi keessan akka isinitti himuuf natti hime maraaf hin ajajamne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre ani waan inni natti hime mara adha isinitti himeera; isin ammoo waan inni na ergeeruun, ani isinitti hime maraan Mootii Waan Maraa Waaqa keessaniif haga ammaa hin ajajanne.