Jeremiah 42:22 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi waan kana qaabad'a: Lafa isani iti qubachu feetani keesati woraanafi yokhaani beelafi yokhaani d'ukubaani raawattani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu isin amma hulee dhaxxanii jiraachu'uuf taatanitti lola, beelaa fi bala'aan akka duutan beekaa'a.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Amma yoona addee dhaxxanee qubatiisaaf barbaaddane sanitti shallaaga'aan, beelaa fi bala'aan akka duutanu beeka'a.