Jeremiah 42:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqa keenna nuu kad'ad'i, aka inni waan nu taanufi gara nu deemnu nuti himu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu Rabbi Waandhi kee karaa kam akka deemuu nu barbaachisuu fi maal akka godhuu nu barbaachisu akka nutti mudhisu nuu kadhadhu»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa Waaqi keeti eessa akka nuuti deennuu fi maan akka nuuti goonu akka nutti himu, nu'uuf daadimadhu» isaan jedhane.