Jeremiah 42:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini waan jed'eeni, Hayye, hataatuti; anini AABBO Waaqa keenna isanii kad'ad'a, akuma isani jettani; waan inni jed'u ch'ufa isaniti hima, tokole isani ind'ossu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Anillee, «Misha'a; akkuma isin gaafattan Rabbii Waaqa keessan isinii kadhadha; waan inni natti mudhise maraa uduu waan tokkollee isin jalaa hin dhossine isinitti hima» jedhee isaanii deebise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ermiyaasiin raagichi deebisee, «Dansa'a! Akkuma isin na gaafattane gara Mootii Waan Maraa Waaqa keessanii isiniif hin daadimadha; waan Mootiin Waan Maraa jedhu mara tokkolle adoo hin hamburin isinitti hin hima» jedhe.