Jeremiah 42:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani worri waan nani jed'e, AABBO Waaqi ha nu balleesuti yo nu waan tahu male, ka AABBO Waaqi siti hime, tahu, dinne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa isaan akkana naan jedhan, «Yoo ajaja Rabbi Waandhi kee karaa keetiin nu ajaje maraa raawwachuu dinnee dubbii isaatii ajajmuu dhabne inninuu ragaa amanamaa dhuga'aa nutti haa ta'u!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba isaan Ermiyaasiin, «Waan akka ati nutti hintuuf, Mootiin Waan Maraa Waaqi keeti si erge, yoo nuuti hin godhin, Mootiin Waan Maraa ifiifuu dhugaa bayaa addatamaa nu irratti te'uu ti.