Jeremiah 42:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo isiini waan dansaafi hamtule taate, nu waan AABBO Waaqi keenna, ka iti si erginu, jed'u intolchina. Yo nu waan inni jed'u tolchinu wonti ch'ufti nuu tolti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mishaa ta'ee'e, ta'uu baateellee dubbii Rabbii Waaqa keennaatii hin ajajamna; wonti nu gara isaa si erginuuf yoo nu ajaja Rabbii Waaqa keennaa kabajjine wonti maruu nuu ta'a jenneeti»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nu'uuf toltulle yookiin hammaattulle Mootii Waan Maraa Waaqa keenna ka itti si erganne saniif hin ajajanna; akka wonni dansaan nu'uuf teetu, Mootii Waan Maraa Waaqa kanaaf hin ajajanna» jedhane.