Jeremiah 42:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
jennaani anini Yohananifi jara gugurda askarti, ka isa woliini jirufi jara kaani ch'ufa wolti yaame
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu ani Yohaana'aa fi bulchoota loltootaa ka isa woliin jiran, banii maraa diqqa'aa haga gudda'aa gara kiyya akka dhufan ufitti waamee;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
maarre inni ilma Qaarehaa Yohaannaanii fi ajajjoota loltootaa ka isa woliin jiranu mara, kolbaa mara gudda'aa haga diqqa'aatitti gara isaa akka dhufanu wolitti waamee,