Jeremiah 42:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waan jed'eeni, AABBO Waaqi, guddaani Israeli ka isani iti na ergitani waan jed'u,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
akkana isaaniin jedhe, «Rabbiin Waandhi Israa'elii ka isin akka ani kadhaa keessan itti isinii dhiyeessuuf na ergitan akkana jedha,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
isaaniin, «Mootiin Waan Maraa Waaqi Israa'elii, akka ani isiniif gaafadhu ka isin itti na ergitane,