Jeremiah 43:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba waan jettuuni, AABBO Waaqi, guddaani Israeli, waan jed'u, Anini hojattu tiyya Nebukadreza hayyu Babiloni fulla taanaani d'ufe, inni barch'uma isaa d'akhaye atini arma nat'e tana gubba d'aabate, waaro hayyu gubbati jaara.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa ani Rabbi Gooftaan banii maraa Waandhi Israa'elii akka ani tajaajilaa kiyya Nabukadanatsoorii mootii Baabiloonii gara hulee kanaa fidee inni hulee ati dhagaa dhaabde kana irratti teessoo ufii kaayatee daasee mana mootumma'aallee akka dhaabatu isaanitti himi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba isaaniin, ‹Mootiin Waan Maraa Ka Waan mara Dade, Waaqi Israa'elii: Ani tajaajilaa kiyya mootii Baabilonii Nebukadnezaar waamee fidee, barcumaa mootumma'aa ka isaa dhakoota amma ani asitti awwaale kana irra hin keya; innille dunkaanii mootummaa ifii dhakoota kana irratti hin dhaabata.