Jeremiah 43:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni d'akhaye woyyu, ta old'ad'aabani, ta dira Heliopolisi keesa jirtu ch'ach'abse maneeni waaqoota worra Misiri gube balleesa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni soodduuwwan dhaga'aa ka biyya Misirii jedhamtu keessatti argamu hin diiga; waaqolee tolfamaa biyya Misiriitii fi manniin woyyuullee hin guba.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni soodduu galma waaqota adu'uu ka Gibxii keessaa hin caccassa; mana waaqota Gibxi'iille hin guba jedha› jedhiin» jedhe.