Jeremiah 43:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Azaria, ilma Hoshayatifi Yohanaani, ilma Kereatifi jari kikiyyibaani kaanileeni ch'ufti, Atini d'ara dubbachuu jirta naani jed'e. AABBO Waaqi keenna si nuti inergine, inni lafa Misiriti ingodaanina injenne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa Azaari ilmi Hoshaaya'aa Yohaanaa ilma Qareha'aatii fi namoonni uf jajan ka biraa maruu akkana jedhan, «Ati hin soba'aarta; Rabbi Waandhi keenna akka nu biyya Misirii dhandhee hin jiraanne akka nutti himtu sitti hin himne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
ilmi Hoshaa'iya'aa Azaariyaan, ilmi Qaarehaa Yohaannaanii fi worri kooru marti Ermiyaasiin, «Ati hin hollitta! Mootiin Waan Maraa Waaqi keenna, ‹Achi qubatiisaaf gara biyya Gibxi'ii hin dhaqina'a› jettee akka nutti hintuuf gara keenna si hin ergine.